Taphoota Waancaa Afrikaa halkan kana taphatameen Naayijeeriyaa fi Gibtsi morkattoota isaanii injifatan
Finfinnee, Amajjii 11, 2014 (FBC) – Taphoota Waancaa Afrikaa 33ffaa ramaddii xumura halkan kana taphatameen Naayijeeriyaan Giinii Bisaw yoo injifattu, Gibtsi Sudaan injifatteerti.
Naayijeeriyaan goolii 2 fi 0n Giinii Bisaw, Ijibti ammoo goolii 1 fi 0n Sudaan injifachuun biyyoonni lamaan marsaa itti aanutti darbuu mirkaneeffataniiru.
Naayijeeriyaan hanga ammatti biyya taphoota sadanuu injifachuun marsaa itti aanutti dabarte taateerti.
Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna