Fana: At a Speed of Life!

Taphoota Priimiyar Liigii Ityoophiyaa torbee 14ffaan kilaboonni Oromiyaa milkiin xumuran

Finfinnee, Gurraandhala 8, 2012 (FBC) – Taphoota Priimiyar Ityoophiyaa torbee 14ffaa guyyaa har’aa gaggeeffameen Adaamaan 2-0 Yuunvaarsiiti Walwaaloo injifate.

Waliigala Taphoota har’a gaggeeffameen:-

Adaamaan 2-0 Yuunvaarsiiti Walwaaloo
Jimmaa Abbaa Jifaar 2-1 Dirree Dawaa
Faasil 2- 2 Qiddus Giyoorgiis
Sihuul Shiree 0-0 Hadiyyaa Hoosaa’iinaa
Walaayitaa Diichaa 1-0 Bahiirdaar injifateera

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.