Fana: At a Speed of Life!

Taphoota Priimeyar Liigii Ingilaand torbee 14ffaa har’a gaggeeffameen Liivar Puul Kiristaala Paalaas garaagarummaa goolii hedduun injifate

Taphoota Priimeyar Liigii Ingilaand torbee 14ffaa har’a gaggeeffameen Liivar Puul Kiristaala Paalaas garaagarummaa goolii hedduun injifate

Finfinnee, Muddee 10, 2013 (FBC) – Taphoota Priimeyar Liigii Ingilaand torbee 14ffaa har’a waaree booda gaggeeffameen Kiristaal Paalaas dirree isaarratti Liivaar Pooliin goolii 7 fi o injifatameera.
liivar Pool boqonnaa dura goolii 3 boqonnaa booda goolii 4 dabaluun 7 fi o Kiristaal Paalaas injifteera

Taphoota biroon:- Saawuz hampiton 0 – 1 Maanchiisteer Siitii

Eevartan 2 – 1 Arseenaal

Liivar Pool qabxii 31 liigicha dursaa jira

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.