Fana: At a Speed of Life!

Taphoota Liigii Olaanoo Itiyoophiyaa torbee 4ffaan Shaggar Walloo Kombolchaa, Nageellee Arsiin Dasee injifatan

Finfinnee, Sadaasa 22, 2016 (FBC) –Taphoota Liigii Olaanoo Itiyoophiyaa torbee 4ffaan Shaggar Walloo Kombolchaa goolii 2 fi 1n, Nageellee Arsiin magaalaa Dasee 1 fi 0n injifataniiru.

Istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti taphni Darbii Oromiyaa Magaalaa Naqamtee fi Poolisii Oromiyaa gidduutti taphatame Magaalaan Naqamteen 2 fi 1n injifateera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.