Fana: At a Speed of Life!

Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa Torbee 7ffaan Jimmaa Abbaa Jifaar injifatame

Finfinnee, Amajjii 7, 2013 (FBC) – Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa Torbee 7ffaan har’a gaggeeffameen Jimmaa Abbaa Jifaar Qidduus Giyoorsgisiin injifatame.
Tapha har’a sa’aatii 4:00 irraa eegalee Istaadiyeemii Yuunvarsiitii Jimmaatti gaggeeffameen Qidduus Giyoorgii Jimmaa Abbaa Jifaar goolii 3 fi 2 injifateera.
Jimmaa Abbaa Jifaariif Roobaa Warquu, fi Beekaam Abdallaa goolii tokko tokko yoo lakkoofsiisan, Geetaanee Kabbadaa Giyoorgisiif walitti aanuunsuun goolii 3 galcheera.
Waaree booda sa’aatii 9:00 irraa eegalee Walaayitaa Diichaan magaalaa Sabbataa waliin Istaadiyeemii Yuunvarsiitii Jimmaatti ni taphatu jedhameera.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.