Fana: At a Speed of Life!

Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 3ffaan Qidduus Giyoorgis magaalaa Hawaasaa injifate

Finfinnee, Muddee 14, 2013 (FBC) –Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 3ffaa har’a sa’aatii 4:00 irraa eegaluun gaggeeffameen Qidduus Giyoorgis Hawaasaa 4 fi 1 injifateera.

Tapha boqonnaa duraan Roobii Nigalaandee daqiiqaa 33ffarratti goolii tokko, Geetaanahi Kabbadaa daqiiqaa 39ffaa fi 43ffarratti goolii lama Giyoorgisiif galchaniiru.

 

Boqonnaa booda taphataan magaalaa Hawaasa Daawwit Taaddasaa daqiiqaa 55ffarratti kilaba isaarratti dogongoraan galcheera.

 

Biruuk Bayyanaa goolii moo’atamuu jalaa hin baraarre daqiiqaa 80ffarratti magaalaa Hawaasaaf goolii tokko galcheera.

 

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

 

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.

 

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

 

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.