Fana: At a Speed of Life!

Taphoonni Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 3ffaan har’a galgalaa eegaluun ni taphatamu

Finfinnee, Hagayya 19, 2015 (FBC) – Taphoonni Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 3ffaan tapha har’a galgalaa Cheelsiin Luton Taawan waliin taphatuun eegalama.

Cheelsiin galgala har’aa sa’aatii 4:00 irraa eegalee Luton Taawan waliin ni falmata.

Boru waaree booda sa’aatii 8:30 irraa eegalee Boornimaawuz Tootanhaam waliin yoo taphatu, sa’aatii 11:00 irraa eegalee Arsenaal Fuulham, Bireentifoord Kiriistaal Paalaas, Evertan Woolverhaampton, Maanchiister Yuunaayiitiid Nootiinighaam Forest waliin ni morkatu.

Galagala sa’aatii 1:30 eegalee Biraayitan Weestihaam waliin ni taphata.

Dalbatas waaree booda sa’aatii 10:00 irraa eegalee Barnileey Astoon Viillaa fi Sheefiild Yuunaayiitiid Maanchiisteer Siitii waliin kan taphan yoo ta’uu, taphni Niwuukaastiil Liivar Puul waliin galgala sa’aatii 12:30 irraa jalqabee taphatan xiyyeeffannoo argateera.

Maddi:- BBC Sport

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.