Fana: At a Speed of Life!

Taphoonni Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 15ffaan har’aa eegaluun ni taphatamu

Finfinnee, Sadaasa 25, 2016 (FBC) – Taphoonni Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee15ffaan tapha har’a Arsenaal Luutoo Taawoon,Woolvarhampton Barnileey waliin taphataniin eegalama.

Har’a halkan sa’aatii 4:30 irraa jalqabee Woolvarhampton Barnileey, sa’aatii 5:15 irraa eegalee Arsenaal Luutoo Taawoon waliin ni taphatu.

Boru taphni halkan sa’aatii 5:15 irraa eegalee Maanchiisteer Yuunaayitiid Cheelsii, Maanchisteer Siitiin Astoon Viillaa waliin taphatan akkaan eegama.

Akkasumas sa’aatii 4:30 eegalee Sheefiild Yuunaayitiif Liivar Puul waliin ni falmata.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.