Fana: At a Speed of Life!

Taphoonni Beetkiingii Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaa torbee 6ffaan har’a Dirree Dawaatti ni eegala

Finfinnee, Onkololeessa 25, 2015 (FBC) – Taphoonni Beetkiingii Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaa torbee 6ffaan har’a Dirree Dawaatti kan eegalu ta’uu ibsameera.

Taphoonni marsaa jalqabaa torbee 1ffaa – 5ffaa magaalaa Bahir Daaritti gaggeeffamaa kan ture yoo ta’uu, marsaa 2ffaan torbee 6ffaa – 10ffaatti Istaadiyeemii Magaalaa Dirree Dawaatti kan taphatamu ta’a.

Taphoota Piriimaayeer Liigichaa torbee 6ffaan har’a sa’aatii 10:00 irraa eegaluun Madihiin Ityoophiyaan magaalaa Bahir Daar waliin yoo taphatu,galgala sa’aatii 1:00 irraa eegalee Magaalaan Dirree Dawaan Buna Ityoophiyaan waliin ni falmata jedhame.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.