Fana: At a Speed of Life!

Taphoonni Beetkiing Priimayeer Liigii Ityoophiyaa torbee 12ffaan har’aa eegaluun ni taphatamu

Finfinnee, Gurraandhala 2, 2014 (FBC) – Taphoonni Beetkiing Priimayeer Liigii Ityoophiyaa torbee 12ffaan har’aa eegaluun Istaadiyeemii Dirree Dawaatti ni taphatamu jedhame.
Haaluma kanaan har’a sa’aatii 10:00 irraa eegalee Magaalaan Faasilii fi Adaamaan waliin falmatu.
Galgala sa’aatii 1:00 irraa eegalee Hadiyyaa Hoosaa’iinaa fi Magaalaan Sabbataa falmiin taasiisan ni eeggama.
Taphoota hanga ammaatti taphatameen Adaamaan qabxii 16 sadarkaa 5ffaa, Sabbataan ammoo qabxii 7 sadarkaa 15ffaarratti argama.
Jimmaa Abbaa Jifaar sadarkaa dhumaarraatti argama.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.