Taphni Waancaa FA Ingilaandi har’a Maanchiisteer Siitii fi Yuunaatiid gidduutti taasiifamu akkaan eegama
Finfinnee, Caamsaa 26, 2015 (FBC) – Taphni Waancaa FA Ingilaandi har’a Maanchiisteer Siitii fi Maanchiisteer Yuunaatiid gidduutti taasiifamu Maanchuriyaan Darbii 189ffaan akkaan eegamu.
Kilabootni magaalaa Maanchistar laman har’a sa’aatii 11:00 irraa eegalee Waancaa FA Ingilaandi bara kanaa fudhachuuf wal morkatu.
Maanchistar Siitiifi Maanchistar Yuunayitiid yeroo jalqabaaf tapha waancaaf FA wal arganiiru.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.