Fana: At a Speed of Life!

Taphni darbii Kaaba London olaantummaa Arseenaaliin goolabame

Finfinnee, Fulbaana 21, 2015 (FBC) – Tapha Pirimeerliigii Ingilaandi torbee 9ffaa kilaboota Kaaba London Arseenaaliifi Tootinaam gidduutti gaggeeffame Arseenaal injifachuun milkaa’eera.

Tapha miira masaanummaa jabaa qabu kana Arseenaal galchiiwwan Toomas Paartey, Gabreel Yeesuusiifi Giraanit Zhaakaan lakkoofsisaniin yoo injifatu, galchii tokkitti Tootinaam argate Harii Keen rukkuttaa adabbii argamte gara galchiitti jijjiireera.

Dursummaa gabatee Pirimeerliigii Ingilaandi ammas harka kilaba Arseenaalitti argama.

Iddoosaa Abdiitu gabaase

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.