Fana: At a Speed of Life!

Tapha Walakkaa Xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa jalqabaan har’a Borushiyaa Doortimand PSG keessummeessa

Finfinnee, Ebla 23, 2016 (FBC) – Tapha Walakkaa Xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa jalqabaan taphni har’a Borushiyaa Doortimand PSG waliin taasiisu akkaan eegama.

Taphichi har’a halkan sa’aatii 4:00 irraa jalqabee taphatamaa.

Kilaboonni lamaan taphoota 6 waliin taphatan keessaa PSGn yeroo 2 yoo injifatu, Doortimand yeroo 1 injifachuun si’a 3 qixa ba’aniiru.

Taphoonni deebii torbee dhufu taphatamu.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.