Fana: At a Speed of Life!

Tapha Waancaa Liigii Biyyoota Awrooppaan Xaaliyaaniin Neezarlaand injifatte

Finfinnee, Qaammee 3,2012 (FBC) –Tapha Waancaa Liigii Biyyoota Awrooppaa eda galgala tapahameen Xaaliyaaniin, Poolaand, Noorweey fi Roomaaniyaan milkaa’aniiru.
 
Tapha Liigii biyyoota Awrooppaan eda galagala taphoonni 8 taphatamaniiru.
 
Haaluma kanaan :-
Neezarlaad 0 -1 Xaaliyaanii
Boosiniyaa fi Herzegooviinaa 1-2 Poolaand
Ayerlaandii Kaabaa 1-5 Noorweey
Ostiriyaa 2-3 Roomaaniyaa
Riippablika Cheek 1-2 Iskootiilaand
Kaazaakistaan 1-2 Beelaaruus
Albaaniyaa 0-1 Luutaniyaan yoo injifatan, taphni Israa’eel fi Isloovaakiyaa gidduutti gaggeeffame 1 qixaan xumurameera.
 
Galgala har’aa taphoonni Deenmaarik – Ingilaand, Beeljiyeem -Icelaand, Swiidiin -Poorchuugaal waliin gaggeeffamu hawwii guddaan eeggama.
 
Madda:-BBC SportsA
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.