Fana: At a Speed of Life!

Tapha Waancaa Afrikaan Burkiinafaasoon Moritaaniyaa injifatte

Finfinnee, Amajjii 7, 2016 (FBC)- Tapha Waancaa Afrikaa 34ffaan hara’aa gaggeeffameen Burkiinafaasoon 1 fi 0’n Mooriitaaniyaa injifatteetti.

AKkasumaa taphaa Waancaa Afrikaa kana ramaddii 5ffaa jalatti kan argaman Maaliin 2 fi 0’n Afrikaa Kibbaa injifatteetti.

Ramaaddii kana jalatti Naamiibiyaa fi Tuuniziyaan morkii gaggeessaniin Naamiibiyaan 1 fi 0’n injifachuu dandeessetti.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaan

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.