Fana: At a Speed of Life!

Tapha Piriimerliigichaa torbee 7ffaan taphoonni 4 yeroo hinmurteeffamneef dheeratan

Finfinnee, Sadaasa 3, 2015 (FBC) – Tapha Piriimer Liigii Beetkiingi torbee 7ffaan taphoonni 4 yeroo hinmurtoofneef dheereffamuun ibsame.

Taphoonni kunneenis, haala qilleensaa Dirree Dhawaan dirreen taphaa mijataa waan hintaaneef yeroo hinmurtoofneef dheeraachuun eerameera.

Haaluma kanaan, har’aa fi boru taphoonni gaggeeffaman, har’a sa’aatii 10:00tti, Magaalaan Arbaaminci Baahirdaar waliin, sa’aatii 01:00tti Haadiyyaa Hoosaa’inaa Faasiil waliin akkasumaas, boruu taphoonni gaggeeffaman sa’aatii 10:00’tti Magaalaan Adaamaa Buna Ityoophiyaa waliin, sa’aatii 01:00tti Laga Xaafoo Lagaa Daadhiin Walaayittaa Diichaa waliin taphoonni gaggeessuuf turan dheerachuu Sookar Ityoophiyaan gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.