Tapha Nuusa Xumuraa Waancaa Afrikaan taphni har’a Naayijeeriyaa fi Angoolaa gidduutti taphatamu ni eegama
Finfinnee, Amajjii 24, 2016 (FBC) – Tapha Nuusa xumuraa Waancaa Afrikaa 34ffaan taphni har’a Naayijeeriyaa fi Angoolaa gidduutti taphatamu akkaan eegama.
Har’a galgala saa’aatii 2:00 irraa eegalee taphni nuusa xumuraa kun Naayijeeriyaa fi Angoolaa gidduutti ni taphatama.
Halkan sa’aatii 5:00 irraa jalqabee taphni DR Koongoo fi Giinii gidduutti taphatamus xiyyeeffannoo argateera.
Boru ammoo taphni Maalii fi Iyivoorii Koostii, Keeppi Vardee fi Afirkaa Kibbaa gidduutti taphatamu ni eegama.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.