Fana: At a Speed of Life!

Tapha Liigii Olaanoo Oromiyaa taphoonni eegaman har’a gaggeeffamaniiru

Finfinnee, Amajjii 4, 2016 (FBC)- Taphaa Liigii Olaanoo Oromiyaa ramaddii A torbee 7ffaa har’a Istaadiyamii Wallaggaatti gaggeeffamaniiru.

Haaluma kanaan taphoonni 4 qixa yoo goolabaman, taphoota 4 irratti kilaboonni wal injifataniiru.

Darbii Wallaggaa kan jedhaman Kilaboonni Dambi Doolloo fi Gimbiin galchii osoo wal irratti hinlakkoofsisin 0-0 qixa ba’aniiru.

Kutaan Magaalaa Sabbataa Ammayyaa waliin, Jaardagaa Jaarteen Hurrumuu waliin, Yuunivarsiitiin Dambii Doolloo Giddaa Ayyaanaa waliin 1-1 qixaan goolabaniiru.

Kana amlees Geedoon 2-1 Hospitaala Odaa Hullee, Giinciin 2-1 Aggaaroo, Leeqaan 2-1 Goree yoo injifatan, Bulchiinsi Magaalaa Mattuu 1-0 Gullisoo injifachuu ragaan Federeeshinii Kibbaa Miilaa Oromiyaarraa argame ni mul’isa.

Oromiyaa #Itiyoophiyaan

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.