Fana: At a Speed of Life!

Tapha Beetking Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 2ffaan Adaamaan Walaayittaa Diichaan injifatame

Finfinnee, Muddee 11, 2013 (FBC) –Tapha Beetking Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 2ffaa har’a sa’aatii 4:00 irraa eegalee gaggeeffameen Walaayittaa Diichaan 2 fi 0 Adaamaa injifateera.
Sintaayyoo Mangiftuu goolii lamaanuu Walaayittaa Diichaaf galcheera.
Taphoota torbee 2ffaa liigichaan har’a waaree booda sa’aatii 9:00 irraa eegaluun Istaadiyeemii magaalaa Finfinneetti Hadiyyaa Hoosaa’iinaa fi Magaalaan Bahaar Daar ni taphatu.
Taphoota hanga ammaatti taphatameen Bunni Ityoophiyaa qabxii 4 liigicha dursaa jira.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.