Fana: At a Speed of Life!

Tajaajilli tola ooltummaa magaalaa Finfinnee bara kanaa eegale

Finfinnee, Caamsaa 4, 2014 (FBC) – Tajaajilli tola ooltummaa magaalaa Finfinnee bara kanaa mata duree “ tola ooltummaa waliin jireenya waaraaf” jedhuun ifatti eegaleera.

Baatiiwwan gannaa dhufanitti tajaajila tola ooltummaan kutaalee hawaasaa kuma dhibba 5 fi kuma 70 fayyadamoo taasisuuf karoorsuu bulchiinsi magaalichaa ibseera.

Tajaajilli tola ooltummaa kun kallattii Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad kaa’aniin hojiilee namarratti xiyyeeffatan haala addaan hogganuun akkaataa danda’amurratti karoorri qophaa’uu Komishinarri qindeessaa hirmaannaa hawaasaa fi tola ooltummaa magaalichaa obbo Asfaaw Taklee ibsaniiru.

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.