Fana: At a Speed of Life!

Tajaajilli Odeeffannoo Biyyoolessaa hojii haaromsaa hojjechaa jiraachuu beeksise

Finfinnee, Muddee 13, 2012 (FBC) – Tajaajilli Odeeffannoo Biyyoolessaa shororkeessitoonni idil addunyaa miidhaa osoo hin qaqqabsiisin to’achuu beeksise.

Jeneraal daayreektarri olaanaa tajajailichaa Koomiishinar Dammallaash G/mikaa’eel akka beeksisanitti aggaammiiwwan miseensota shororkeessitoota idil addunyaa 17 to’atamaniiru.

Nageenya biyyaa eeguuf, biyyoota ollaa waliin tumsaan hojjechuuf qophii bal’aan taasifamuu ibsaniiru.

Tajaajilichis maqaasaa gara Wiirtuu Odeeffannoo Biyyoolessaatti jijjiiruun, hojiilee nageenya biyyaa eegsisan hojjechuuf of cimsaa jiraachuu eeraniiru.

Sadarkaa digriitin leenjii laachuuf koolleejjiin kan banamu ta’uunis eerameera.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.