Fana: At a Speed of Life!

Tajaajilli Elektiriikaa Ityoophiyaa proojaktii tajaajila si’ataa ebbisiise

Finfinnee, Amajjii 23, 2012 (FBC) – Tajaajilli Elektiriikaa Ityoophiyaa tajaajila si’ataa laachuuf hojjechaa jiraachuu ibse.
 
Tajaajilichi Intarpiraayiz Plaaniing Riisoors Siistam ijaarsise har’a ebbisiisera.
 
Sooftiweeriin ebbifame baasii Doolaara Ameerikaa miiliyoona 58.9 gaafateera.
 
Hojii ijaarsa isaa kan raawwate dhaabbata Hind; Teek Maahiindiraadha.
 
Proojaktichi tajaajila kallattii intarneetii dabalatee, odeeffannoo dhaabbatichaa karaa qixa qabuun gurmeessuuf oola jedhameera.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.