Fana: At a Speed of Life!

Tajaajilichi gurgurtaa humna elektirikaarraa galii Birrii biiliyoona 12 argate

Finfinnee, Guraandhala 3, 2015 (FBC)- Tajaajilli Elektirikaa Ityoophiyaa baatiwwan jahan darbanitti gurgurtaa humna elektirikaarraa galii Birrii biiliyoona 12 argachuu beeksise.

Tajaajilichi mammiiltoota haaraa kuma 126 fi 100 ol hoorachuus eereera.

Magaalonni baadiyyaa 51 humna elektiriikaa argachuus ibseera.
Lakkoofsi maamiltootaa miiliyoona 4.3 irraa gara miiliyoona 4.4tti guddachuu kaaseera.

Waliinga’iinsi tajaajila elektirikaa biyyattii %48 irraa gahuu tajaajilichi ibseera.

Yohaannis Darribawutu gabaase.

#Ityoophiyaa #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.