Oduu biyya keessaa ABUT yaa’ii waliigalaasaa gaggeessaa jira Obse Wakgari Jan 4, 2020 0 Finfinnee, Muddee 25, 2012 (FBC) – Addi Bilisummaa Ummata Tigraay(ABUT) yaa’ii waliigalaasaa gaggeessaa jira. Addichi yaa’ii dhaabbattummaasaa har'a Muddee 25 fi booru Muddee 26,2012…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Qonnaa FDRI oomishti qonnaan bulaa akka hin qisaasamne yaadachiise Obse Wakgari Jan 3, 2020 0 Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) - Ministeerri Qonnaa FDRI oomishti qonnaan bulaa akka hin qisaasamne yaadachiise. Ministeerichi oomishti sassaabbame sirnaan akka kaa'amus dhaamera.…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan lammiilee Soomaaliyaatif deeggarsa qorichaa laatte Obse Wakgari Jan 3, 2020 0 Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) – Ityoophiyaan lammiilee Soomaaliyaa balaa lolaatin miidhamaniif deeggarsa qorichaa laatte. Ityoophiyaan deeggarsa dawaa kana kan laatte…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq Liillii Yooseef waliin mari’atan Wabi Fufa Jan 3, 2020 0 Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen hoji gaggeessituu fi hundeessituu Faawundeeshinii Taanjabil Hoopp Liillii Yooseef waliin mari’atan.…
Oduu biyya keessaa Guyyaan sirni Gadaa hambummaan itti galmaa’e waggaa 3ffaan Yaaballootti kabajamaa jira Obse Wakgari Jan 3, 2020 0 Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) – Guyyaan ayyaana sirni Gadaa Oromoo Dhabbata Saayinsii, Barnootaa fi Aadaatti hambummaan itti galmaa'e waggaa 3ffaan godina Booranaa magaalaa Yaaballootti…
Oduu biyya keessaa Injiiner Taakkalaa Uumaan barattoota Kompiiyuutara badhaasan Sifen Megersa Jan 2, 2020 0 Finfinnee, Muddee 23, 2012 (FBC) – Injiiner Taakkalaa Uumaan ayyaana Qillee sababeeffachuun barattoota Kompiiyuuta Taabileettii badhaasaniiru. Itti aanaa kaantibaan magaalaa Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Dameen ijaarsaa hannarraa bilisa ta’ee qulqullinaan hojjechuu qaba – MM Dr Abiy Obse Wakgari Jan 2, 2020 0 Finfinnee, Muddee 23, 2012 (FBC) – Dameen ijaarsaa hannarraa bilisa ta'ee qulqullinaan guddina biyyaatif hojjechuu qaba jedhame. Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad waltajjii…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa kan hojjetu dhalootaf malee filannoofii miti – MM Dr Abiy Obse Wakgari Jan 2, 2020 0 Finfinnee, Muddee 23, 2012 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa kan hojjetu dhalootaf malee filannoofii miti jedhan muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad. Finfinneetti waltajjiin…
Oduu biyya keessaa Imala badhaadhinaa keessatti abbootiin qabeenyaa ga’ee olaanaa qabu- obbo Shimallis Obse Wakgari Jan 2, 2020 0 Finfinnee, Muddee 23, 2012 (FBC) – Guyyaan abbootii qabeenyaa naannoo Oromiyaa magaalaa Finfinneetti mariidhan kabajamaa jira. Waltajjicharratti kan argaman itti aanaan preezdaantii…
Oduu biyya keessaa Waggaa 3ffaan Sirni Gadaa hambummaan itti galmaa’e booruu fi iftaan kabajama Obse Wakgari Jan 2, 2020 0 Finfinnee, Muddee 23, 2012 (FBC) – Waggaa 3ffaan Sirni Gadaa Dhabbata Saayinsii, Barnootaa fi Aadaatti galmaa’e booru Muddee 24 fi iftaan Muddee 25,2012 magaalaa Yaa’a Bal’ootti kabajama.…