Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy gara Afrikaa Kibbaa imalan Wabi Fufa Jan 9, 2020 0 Finfinnee, Muddee 30, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad daawwii isaanii Iikwaatooriyaal Giinii xumuruun gara Afrikaa Kibbaa imalan. Dooktar Abiy turmaata isaanii…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa labsii bulchiinsaa fi to’annoo meeshaa waraanaa raggaasise Obse Wakgari Jan 9, 2020 0 Finfinnee, Muddee 30, 2012 (FBC) - Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa labsii bulchiinsaa fi to'annoo meeshaa waraanaa dhiyaaterratti mari'achuun raggaasise. Manni marichaa walga'ii idilee…
Oduu biyya keessaa Gabaan sharafa alaa, fooyyessa diinagdee biyya keessaa waliin hojiirra akka ooluf malee ariitiin kan… Obse Wakgari Jan 8, 2020 0 Finfinnee, Mudee 29, 2012 (FBC) – Gabaan sharafa alaa gatii gabaatin akka murtaa'u taasifamuun, fooyyessa diinagdee biyya keessaa waliin hojiirra akka ooluf malee ariitiin kan itti galamuu…
Biiznasii Koorporeeshiniin Huccuu Shaangaay, Boolee Lammii IItti bobba’uuf waliigale Obse Wakgari Jan 8, 2020 0 Finfinnee, Muddee 29, 2012 (FBC) – Koorporeeshiniin Huccuu Shaangaay, Paarkii Indaastirii Boolee Lammii IItti bobba'uuf waliigaltee mallatteesse. Waliigaltee invastimantii liizii kanaan…
Biiznasii Diinagdeen Ityoophiyaa %10.8 ni guddata jedhame Obse Wakgari Jan 8, 2020 0 Finfinnee, Muddee 29, 2012(FBC) – Raagni diinagdee Guddina Oomisha Waliigalaa Biyya keessaa Ityoophiyaa 2012tti %10.8 kan qaqqabu ta'uu Baankiin Biyyoolessaa Ityoophiyaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Hidha Haaromsaarratti walga’iin teeknikaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira Obse Wakgari Jan 8, 2020 0 Finfinnee, Muddee 29, 2012(FBC) – Hidha Haaromsaarratti walga'iin teeknikaa Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Waltajjichi har'a Muddee 29 fi booru Muddee…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy Riippabliika Giinii jiru Obse Wakgari Jan 8, 2020 0 Finfinnee, Muddee 28, 2012 (FBC) -Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Riippabliika Giinii galaniiru. Wayita Giinii Koonaakrii ga'anis preezdaantiin biyyattii Aalfaa…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy daawwii hojiitif gara Giinii Koonaakrii imalan Obse Wakgari Jan 7, 2020 0 Finfinnee, Muddee 28, 2012 (FBC) - Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad daawwii hojiitif gara Giinii Koonaakrii imalan. Daawwiin hojichaa hariiroo biyyoota lamaanii sadarkaa…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy jaarsolii, daa’immanii fi qaama miidhamtoota waliin ayyaana kabajan Obse Wakgari Jan 7, 2020 0 Finfinnee, Muddee 28, 2012 (FBC) - Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad jaarsolii, daa'immanii fi qaama miidhamtoota waliin Paarkii Tokkummaatti ayyaana Qiillee kabajan. Muummee…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy hordoftoota amantaa Kiristaanaa maraan baga ittiin isin ga’e jedhan Obse Wakgari Jan 6, 2020 0 Finfinnee, Muddee 27, 2012(FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad hordoftoota amantaa Kiristaanaa maraan baga ittiin isin ga'e jedhan. Dooktar Abiy guyyaan dhalootaa…