Aadaan walgargaarsaafi waliif yaaduu baatii sooma Ramadaanaa keessa ture cimee itti fufuu qaba- TKM
Finfinnee, Bitootessa 21, 2017 (FMC) – Aadaan walgargaarsaafi waliif yaaduu baatii sooma Ramadaanaa keessa ture cimee itti fufuu akka qabu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa dhaame.…