Fana: At a Speed of Life!

Sumaaleetti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 9 darbe

Finfinnee, Muddee 9, 2013 (FBC)-Naannoo Sumaalee godina Siitii ganda Kalabadeetti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 9 darbeera.
Minibaasiin karaa seeraan alaa namoota fe’ee gara Jibuutii imalaa tureerratti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 9 yoo darbu, 23 irraa ammoo balaa cimaa fi salphaan qaqqabeera.
Balichi halkan kaleessaa sa’atii 9:30 kan qaqqaabee.
Konkolaatichi namoota 32 karaa seeraan ala fe’ee Jibuutii galuuf imalaa osoo jiruu gommaan konkolaaticha dho’uun balichi qaqqabuu ragaan Komishinii Poolisii Dirree Dawaarra argamee ni muul’dhisa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.