Fana: At a Speed of Life!

Sulultaatti balaa tiraafikaan lubbuun namoota 12 darbe

Finfinnee, Sadaasa 18, 2013 (FBC) – Aanaa Sulultaatti balaa tiraafikaan lubbuun namoota 12 darbeera.
Balichi tilmamaan sa’aatii 8:00tti ganda Weerarsoo Maalimaa iddoo addaa Ilamuu jedhamutti kan qaqqabe.
Balichi konkolaataa Ityoo baasii DabraTaaborii gara Finfinneetti imalaa ture konkolaataa deddebisa ummataa Finfinnee gara Alii Dooroo imalaa tureen walitti bu’uu qaqqabuu ragaan waajjira Dhimmota Kominikeeshinii Mootummaa Aanaa Sulultaarra arganne ni muul’dhisa.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.