Fana: At a Speed of Life!

Sulultaatti Ayyaanni Irreecha Malkaa Ilmaan Boruu kabajame

Finfinnee, Sadaasa 11, 2015 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Sulultaatti Ayyaanni Irreecha Malkaa Ilmaan Boruu Waggoottan Dheeraaf adda citee ture kabajame .

Irreechi Malkaa Ilmaan Boruu sababoota garaagaraan adda citee ture ,guyyaa har’aa abbaa malkaa dabalatee abbootiin gadaa ,Dargaggoonnii fi kutaan hawaasa garaagaraa bakka argamanitti kabajamuu ragaan Waajjira Kominikeeshinii magaalaa Sulultaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.