Fana: At a Speed of Life!

Sudaaniitti hoggantoonni olaanoon bulchiinsa Biluunaayiil magaalaa Asoosaa galan

Finfinnee, Muddee 19, 2014 (FBC)- Sudaaniitti hoggantoonni olaanoon bulchiinsa Biluunaayiil naannoo Beenishaanguul Gumuuz magaalaa Asoosaa galaniiru.

Hoggantoonni olaanoo bulchiinisichaa wayita naannoo Beenishaanguul Gumuuz ga’aan preezdaantiin naannichaa obbo Ashaadilii Hasaan dabalatee hoggantoonni olaanoo biroon simannaa taasisaniifiru.

Hoggantoonni olaanoon kunneen rakkoo nageenyaa naannawaa daangaa jiru, tumsa misoomaa daangaa waloorratti hojjechuuf dhimmoota dandeessisaan irratti ni mari’atuun akka eegamuu ragaan Kominikeeshinii naannichaarra argamee ni muul’dhisa.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.