Fana: At a Speed of Life!

Sudaan namni tokko vaayrasii koroonaan du’uu beeksifte

Finfinnee, Bitootessa 4, 2012 (FBC) – Sudaan guyyaa kaleessaa namni tokko vaayrasii koroonaan du’uu beeksifteerti.

Namni du’e kun torbee jalqabaa baatii Gurraandhalaa Emmireetota Arabaa Gamtoomanii daawwannaaf imalee kan ture ta’uun ibsameera.

Akka Minsiteerri Fayyaa Sudaan beeksisetti namni umriin isaa waggaa 50 ta’e magaalaa guddittii biyyattii Kaartumitti dhibee kanaan du’uun mirkanaa’era.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.