Fana: At a Speed of Life!

Sudaan itti gaafatamni dabalataa ogeeyyiif laatamu qophaaú malee mariin hin gaggeeffamu ejjennoo jedhu qabachuun ishee ibsame

Finfinnee, Amajjii 2, 2013 (FBC)- Sudaan itti gaafatamni dabalataa ogeeyyiif laatamu qophaaú malee mariin hin gaggeeffamu ejjennoo jedhu qabachuun ishee ibsame.
Ministiroonni dhimma alaa fi bishaanii Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts marii viidiyoo gaggeessaniiru.
Waltajjichis ministira tumsa idil addunyaa Afrikaa Kibbaa fi dura taaáa mana maree hoji raawwachiisaa Gamtaa Afrikaatin gaggeeffameera.
Marii gaggeeffamurratti Ityoophiyaa fi Gibts yaada murtoo marii dura teessuuf dhiyeessuuf kallattiin kaaámeen waliigalanis, Sudaan yaadicha fudhachuu dhabuun marichi xumurameera.
Ityoophiyaan nageenya Hidha Haaromsaa fi odeeffannoorratti yaada waljijjiiruuf qophi taúushee beeksisteetti.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.