Fana: At a Speed of Life!

Sosochiin qaamaa mallattoo tokkummaa dargaggoota Magaalaa Finfinneeti – Aadde Adaanach Abeebee

Finfinnee, Caamsaa 21, 2014 (FBC) – ‘Finfinnee nageenyaa fi tokkummaaf’ mata duree jedhuun sosochiin qaama hunda hirmaachise gaggeeffameera.

Saganticharratti kan argaman Kantibaan magaalichaa Aadde Adaanach Abeebeen Sosochiin qaamaa kun mallattoo tokkummaa, nageenyaa fi walummaa dargaggoota Magaalaa Finfinneeti jedhan.

Finfinneen yoomiyyuu alseerummaa fi qoodinsaaf hin mijattuu jedhan.

Finfinnee akka maqaa ishee miidhagsuun sadarkaa idil addunyaatti kan nu boonsitu ni taasifna jechuun isaanii ragaan Waajjira Kantibaarraa argame ni mul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.