Fana: At a Speed of Life!

Sochiin Jiraattoota magaalaa Maqalee gara idileetti deebi’eera

Finfinnee, Muddee 3, 2013 (FBC) –Sochiin Jiraattoota magaalaa Maqalee gara idileetti deebi’eera.
Raayyaan Ittisa biyyaa erga maqaalicha too’atee as Sochiin Jiraattoota magaalaa Maqalee gara idileetti deebi’eera.
Nageenyii fi sochiin idilee magaalichaa guutumaatti deebi’eera.
Manneen daldalaa, kaaffeewwanii fi sochiin geejjibaa gara hojiisaa duraatti deebi’uu Dhaabbanni Pireesii Ityoophiyaa gabaaseera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.