Fana: At a Speed of Life!

Sochiin duula qulqullinaa manneen barnoota magaalichatti baatii sadiif turu eegale  

Finfinnee, Bitootessa 7, 2014 (FBC)- Ejansiin bulchiinsa qulqullinaa magaalaa Finfinneee sochiin duula qulqullinaa manneen barnootatti baatii sadiif turu eeglchiiseera.

Sochichi mata duree ‘mana barnoota haa qulqulleessinuu, magaalaa qulqulluu fi miidhagduu haa qabannuu’ jedhuun kan gaggeeffamuu.

Sagantaa kanarrattis sadarkaa itti aanaa kantiibaa bulchiinsa magaalaa Finfinneetti hojii gaggeessaan magaalaa obbo Xiraatuu Bayyanaa, daayreektarri bulchiinsa qulqullinaa magaalaa Finfinnee Dooktar Ishaatuu Lammaa fi qaamolee manneen barnoota argamaniiru.

Duula kanarratti manneen barnoota 570 keessaa ni hirmaatuun jedhameera.

Siisaay Geetinnatiitu gabaase

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.