Fana: At a Speed of Life!

Sochii Invastimantii naannoo Afaaritti argamu ilaalchisuun mariin gaggeeffama jira

Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC ) –Sochii Invastimantii naannoo Afaaritti argamu ilaalchisuun mariin gaggeeffama jira.

Marii sochii Invastimantii naannoo Afaaritti argamu ilaalchisuun gaggeeffamaa jiru irratti investaroonnii fi qaamoleen dhimmi ilaallattu hirmaachaa jiru.

Marichaarrtti Komishinarri Komishinii Invastimantii Leellisee Namee akkasumas Preezdaantii Mootummaa Naannoo Afaar Awaal Arbaa fi Komishinarri Invastimantii Naannoo Afaar Asiyaa Kamaal argamaniiru.

Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;

Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.

Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa

Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.