Fana: At a Speed of Life!

Siyaasni hin tasgabboofne, mariin malee waraanaan hin hiikkamu – Obbo Mogos Baalchaa

Finfinnee, Eebila 5, 2014 (FBC) – Kutaa Addunyaa kamittuu Siyaasni hin tasgabboofne mariin malee waraanaan hin hiikkamu jedhan, Waajjira Muummee Ministiraatti Hogganaan damee qindeessaa Sirna Dimookiraasii obbo Mogos Baalchaan.
Ityoophiyaatti rakkoo jiru hiikuuf mariin Biyaaleessaa taasisuuf karoorfame agarsiistuu tokko jedhaniiru.
Kunis kan agarsiisu siyaasa hin tasgabboofne hiikuun kan danda’amu karaa marii qofa ta’uu nuti agarsiisa jedhan obbo Mogos.
Ummaanni Ityoophiyaa jireenya hawaasummaa garaagaraan walitti hidhame waan jiruuf, addaa bahu hin danda’us jedhan.
Marii fi waliigalteen rakkoo jiru hiikuun murteessaa ta’uu obbo Mogos kaasuu isaanii OBN gabaaseera.
Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.