Fana: At a Speed of Life!

Sirnia Kabaja Guyyaan Sabaaf Sablammoota xumurameera-Kantiibaa Magaalaa Jigjigaa

Finfinnee, Sadaasa 29, 2016 (FBC)-Sirni kabaja guyyaa Sabaaf Sablammoota fi Ummatoota Itiyoophiyaa haala miidhagaa ta’een kabajame nagaan xumuramuu Kantiibaan Magaalaa Jigjiga Obbo Ziyaad Abduu ibsan.

Guyyaan Sabaaf Sablammoota Ummatoota Ityoophiyaa 18ffaan Naannoo Somaalee Magaala Jigjigatti kabajameera.

Malaakuu Gaddifiin

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.