Fana: At a Speed of Life!

Sirni walharkaa fuudhiinsa deeggarsa raayyaa ittisa biyyaa raawwatame

Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC) – Godina Arsii Lixaatti Sirni walharkaa fuudhiinsa deeggarsa raayyaa ittisa biyyaa raawwatame.

 

Godichaatti sangoonni 500 Ol Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsi taasiifameera.

 

Sirni walharkaa fuudhinsaa deeggarsaa kun bakka hogganaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa naanoo Oromiyaa obbo Fiqaaduu Tasammaa argamanitti raawwatameera.

 

Akka Waajjirri Dhimmoota Koominiikeeshinii Mootummaa godinichaa beeksiseetti, godina Arsii Lixaatti raayyaa ittisa biyyaaf Sangoonni 520,Hoolonni 350, Re’oonni 60, Qamadiin kuntaalli 520, Boqqoolloon kuntaalli 110,Bunni kuntaalli 100 sassaabbamuun deeggarsi taasiifamera.

 

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.