Fana: At a Speed of Life!

Sirni mijuu eebbisuu gaggeeffamuun gara malkaa imalamaa jira

Finfinnee, Fulbaana 26, 2017-(FBC)-Sirni mijuu eebbisuu Abbaa Gadaatiin gaggeeffamuun imalli gara malkaa eegalameera.

Sirni mijuu Eebbisuu Abbaan Gadaa gara malkaa bu’uun dura sirna gaggeefamudha.

Yeroo ammaas sirni mijuu eebbisuu xumuramuun Abbootiin Gadaa garaa malkaatii imala eegalaniiru.

Wayita gara malkaa imalaa jiran kanattis “Mareewoo…” jechaa gara malkaa qajeelaa jiru.

#Oronia #Ethiopia #Irreecha

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.