Fana: At a Speed of Life!

Sirni hundeeffama Faawundeeshinii Dooktora Kabajaa Artiist Alii Birraa gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Waxabajjii 16, 2016 (FBC) – Sirni hundeeffama Faawundeeshinii Dooktora Kabajaa Artiist Alii Birraa Finfinnee Hoteela Iskaayi Laayitiitti gaggeeffamaa jira.

Faawundeeshiniin Dooktora Kabajaa Artiist Alii Birraa kun Barnoota, Fayyaa, Aartiifi kanneen biroo irraatti xiyyeeffatee hojjeta jedhame.

Sirna hundeeffama Faawundeeshinichaarratti keessummoonni kabajaa, weellistoonniifi jaalattonnii hojii aartii Dooktora Kabajaa Artist Alii Birraa argamuu ragaan fuula Faawundeeshinichaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.