Fana: At a Speed of Life!

Sirni geggeessaa reeffa Pirofeesar Bayyanaa Pheexiroos gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Fulbaana 9, 2017 (FBC)- Sirni geggeessaa reeffa Pirofeesar Bayyanaa Pheexiroos galma Barkumeetti gaggeeffamaa jira.

Sirna gaggeessicharratti Qondaaltonni mootummaa, maatii fi firoottaan argamaniiru.

Sirni awwaalchaa isaaniis Bakka Awwaalchaa Pheexiroos Wephaawuloosiitti sa’aatii 7:00 irratti akka raawwatu ibsameera.

Pirofeessar Bayyanaan yeroo dheeraaf wal’aansarraa turuun Fulbaana 7, 2017 du’aan addunyaa kanarraa boqochuun ni yaadatama.

Firehiiwot Saffiiwutu gabaase.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.