Sirni gaggeessaa reeffa weellisaa Alamaayyoo Isheetee addabaabaay Masqalaatti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC)- Sirni gaggeessaa reeffa weellisaa Alamaayyoo Isheetee addabaabaay Masqalaatti gaggeeffamaa jira.
Sirnicharrattis itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee fi hoggantoonni mootummaa biroon, maatii, dinqisifattoonnii fi ogeeyyiin aartii argamaniiru.
Sirna gaggeessaa kana boodas Kaateediraalii Sillaasee Qiddiist Maanbaaraa Tsaabaa’ootitti ni raawwatamaa jedhameera.
Afawarq Iyyaayyuutu gabaase
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna