Fana: At a Speed of Life!

Sirni gaggeessaa reeffaa Abbaa Gadaa duraanii Gujii Aagaa Xeenxanoo gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Mudde 16, 2015(FBC)-Sirni gaggeessaa reeffaa Abbaa Gadaa duraanii Gujii Aagaa Xeenxanoo Magaalaa Shaakkisootti gaggeeffamaa jira.

Mana jireenya isaanii Magaalaa Shaakkisoorraa jiraatota Magaalaa Shaakkisoon, firoottanii fi maatii isaaniitiin gara Magaala Adoolaatti erga gaggeefameen booda, Magaala Adoolaatti Bakka Abbootiin Gadaa aanga’oonni mootummaa federaalaa fi naannoo argamanitti sirni gaggeessaa kabajaa staadiyamii Magaala Adoolaatti ni taasifamaaf.

Sirna gaggeessaa reeffaan booda sirni awwaalchaa Magaala Shaakkisootti raawwatamaan eegama.

Addis Taammiraatitu gabaase

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.