Sirni eebbaa poolisii federaalaa marsaa 20ffaan Xoollaayitti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2014 (FBC)- Sirni eebbaa poolisii federaalaa marsaa 20ffaan giddugala Xoollaayitti gaggeeffamaa jira.
Sirna eebbicharratti Itti aanaan Muummeen Ministiraa fi Ministirri Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin, Komishinarri Komishinii Poolisii federaalaa Jeneraal Dammallaash G/Mikaa’eel dabalatee hoggantoonni federaalaa biroon argamaniiru.
Sirni eebbicharratti agarsisoonni garagaraa dhiyaata jira.
Zabiib Taaklaayitu gabaase
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.