Fana: At a Speed of Life!

Sirni baniinsa bara hojii 3ffaa waggaa 6ffaa Manneen Maree waloo Wiixata dhufu ni gaggeeffama

Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC) – Sirni baniinsa hojii Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa fi Federeeshinii bara hojii 3ffaa waggaa 6ffaa Wiixata dhufu ni gaggeeffama.

Sirna baniinsa hojii Fulbaana 28, 2016 gaggeeffamu kanarratti Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen manneen maree lamaan hojii eegaluu isaanii ni ifoomsu jedhame.

Kallattii hojii bara baajatichaa ilaalchiisuun haawasa ni taasiisu jedhameera.

Sirna baniinsa waloo manneen maree kanarratti miseensota mana marichaa dabalatee hawaasni dippiloomaatotaa, abbootiin amantaa, hoggantoonni Paartilee siyaasaa fi keessummoonni waamichi taasiifameef ni argamu jedhame.

Balaay Tasfaayetu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.