Fana: At a Speed of Life!

Sirni Badhaasaa Irreechaa 2ffaan Sadaasa 15 gaggeeffama

Finfinnee, Sadaasa 12, 2016 (FBC)- Sirni Badhaasaa Irreechaa 2ffaan Sadaasa 15, 2016 akka gaggeeffamu Koreen sagantichaa beeksise.

Sagantaan Badhaasaa irreechaa kunis namoota guddina siyaas-dinagdee, seenaa, aadaa fi duudhaa hawaasichaa keessatti shoora olaanaa bahatan galateeffachuuf akka ta’e eerameera.

Sagantichis Mooraa Rayyaa Ittisa Biyyaa keessatti bakka qondaaltonni olaanoo mootummaa Abbootiiin Gadaa fi Haadholiin Siinqee akkasumas qaamoleen hawaasaa garaagaraa argamanitti kan gaggeeffamu ta’uun eerameera.

Amartii Tasfaayeetu gabaase.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.