Sirni awwaalchaa preezdaantii Chaad duraanii Idiriis Deebey raawwate
Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC)- Sirni awwaalchaa preezdaantii Chaad duraanii Idiriis Deebey raawwateera.
Lola finciltootaan gaggeeffameen balaa irra qaqqabeen lubbuun isaanii kan dhabaan preezdaantii Chaad duraanii Idiriis Deebey sirni aawwalchaa isaanii raawwateera.
Sirna awwaalchasaaniirratti Preezdaantiin Demokiraatiik Rippaabiliik Koongoo Feeliiks Shiiseekedii, Preezdaantiin Faransaay Imaanuu’eel Maakroon dabalatee hoggantoonni biyyoota garagaraa argamaniiu.
Preezdaant Idiriis Deebey yeroo 6ffaaf biyyatti bulchuuf filannoo injifataaniit turan.
Maanguddoon umrii waggaa 68 Preezdaant Idiriis Deebey waggoota 30f aangoorra turaniiru.
Lola finciltootaan gaggeeffameen balaa irra qaqqabeen lubbuun isaanii kan dhaban.
Maddi:-Aljaziiraa
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.