Fana: At a Speed of Life!

Sirni awwaalchaa Gaazexeessituu Bileen Girmaachoo raawwate

Finfinnee, Adoolessa 26, 2014 (FBC) – Sirni awwaalchaa Gaazexeesituu Faana Biroodkastiingi Koorporeet FM Naqamtee 96.1 Bileen Girmaachoo Magalaa Naqamteetti raawwateera.

Sirni awwalcha Gaazexeessituu Bileen Girmaachoo bakka maatiin, Firoottan, hiriyoottanii fi miiltoowwanii hojii ishee argamanitti Waldaa Guutuu wangeela Lakkoofsa 1’tti raawwateera.

Gaazexeessituu Bileen, dhibee tasaa ishee mudaateen Hospitaala Ispeeshalaayizidii Magaalaa Naqamteetti yaalamaa osoo jirtuu guyyaa kaleessaa boqotte.

Bileen, Caamsaa 2005 irraa eegaltee FM Faanaa Naqamtee 96.1’tti ogummaa gaazexeessummaan tajaajilaa turte.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.