Fana: At a Speed of Life!

Sirni Awwaalchaa Artisti Taarikuu Birhaanuu (Baabaa) raawwatame

Finfinnee, Muddee 3, 2015 (FBC)- Sirni Awwaalchaa Artisti Taarikuu Birhaanuu (Baabaa) Finfinnee Mana Amantaa Sillaasee Kaateediraalitti raawwatameera.

Artisti Taarikuun sababaa dhukkubaatiin kaleessa du’aan boqochuun kan yaadatamuudha.

Artistichi fiilmiiwwan 40 ol irratti kan hirmaate yoo ta’u, sirni awwalacha isaas bakka maatiin, firoottanii fi dinqisiifattoonni argamanitti raawwatameera.

Artisti Taarikuu Birhaanuu abbaa dhala tokkoo ture.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Or/omo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.